1 Pheexiros 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture.
23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture.