LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani fakkeenya isiniif taʼeera.+

  • Roomaa 16:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Phirisqaa fi Aqiilaa+ warra naa wajjin hojii Kiristoos Yesuus hojjetanitti nagaa koo naaf himaa; 4 isaan naaf* jedhanii lubbuu isaanii balaadhaaf saaxilanii turan;+ ana qofa utuu hin taʼin gumiiwwan saboota kaanii hundis isaan galateeffatu.

  • 1 Tasalonqee 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Jaalala guddaa waan isiniif qabnuuf, misiraachoo Waaqayyoo qofa utuu hin taʼin, lubbuu keenya illee isinii kennuuf+ murteessinee* turre; sababiin isaas, isin nu biratti baayʼee jaallatamoo turtan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi