Faarfannaa 34:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+ Maatewos 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 kan kadhatu hundi ni kennamaaf,+ kan barbaadu hundi ni argata, kan balbala rurrukutu hundis isaaf ni banama. 1 Pheexiros 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+
15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+
8 kan kadhatu hundi ni kennamaaf,+ kan barbaadu hundi ni argata, kan balbala rurrukutu hundis isaaf ni banama.
12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+