-
2 Qorontos 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Haa taʼu malee, wantoota qaanessaa taʼanii fi dhoksaatti raawwataman dhiisneerra; haxxummaadhaan hin deddeebinu yookiin dubbii Waaqayyoo hin booressinu;+ kanaa mannaa, karaa qalbii isaanii hawwatuun dhugaa mulʼisuudhaan namoota hundumaatiif fakkeenya gaarii goonee Waaqayyo duratti of dhiheessina.+
-
-
3 Yohaannis 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Obboloonni dhufanii dhugaa qabattee akka jirtu yommuu natti himan baayʼeen gammade; dhugaa keessa deddeebiʼuu kee itti fufteetta.+
-