-
Yohaannis 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namni ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu hunda Abbaan koo ni jaallata, anis isa nan jaalladha; isattis ifatti of nan mulʼisa.”
-