LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 15:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 kanaafuu, namoota filannee obboloota keenya jaallatamoo Barnaabaasii fi Phaawulosii wajjin gara keessanitti erguuf sagalee tokkoon murteessineerra;

  • Hojii Ergamootaa 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Dubbii kana afaaniinis akka isinitti himaniif Yihudaa fi Siilaasiin gara keessanitti ergineerra.+

  • Efesoon 6:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin waaʼee koo fi maal hojjechaa akkan jiru akka beektaniif, obboleessi keenya jaallatamaan Tikiqoos+ inni tajaajilaa Gooftaa amanamaa taʼe waan hundumaa isinitti hima.+

  • Filiphisiyus 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ammas waaʼee keessan dhagaʼee akkan jajjabaadhuuf fedhii Gooftaa Yesuus yoo taʼe Ximotewosiin+ dafee gara keessanitti akkan ergu nan abdadha.

  • Qolosaayis 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Obboleessi koo jaallatamaan Tikiqoos+ inni tajaajilaa amanamaa taʼee fi anaa wajjin akka garbichaatti Gooftaa tajaajilu waaʼee koo waan hundumaa isinitti hima.

  • Tiitoo 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Qarxeesitti kanan si dhiise, wantoota mudaa* qaban akka sirreessituu fi akkuman si ajajetti magaalota hundatti jaarsolii akka muudduufi;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi