LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yesuus, “Maqaan kee eenyu?” jedhee isa gaafate. Innis, “Leegewoon” jedhe; sababiin isaas, jinniiwwan hedduun isatti galanii turan. 31 Isaanis gara qilee akka dhaqan akka isaan hin ajajne irra deddeebiʼanii isa kadhatan.+

  • 2 Pheexiros 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Waaqayyo maleekota warra cubbuu hojjetan+ adabuu irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa, Inxoroxoos*+ keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee* murtiidhaaf isaan kaaʼeera.+

  • Mulʼata 20:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Anis maleekaan furtuu qilee+ qabuu fi funcaa guddaa harkatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buʼu nan arge. 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi