Zakkaariyaas 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis maleekaan Yihowaa sun Seexanaan akkana jedhe: “Seexana nana,+ Yihowaan si haa ifatu, eeyyee, Yihowaan inni Yerusaalemiin filate+ si haa ifatu! Inni kun muka ibidda keessaa butamee baʼe mitii?”
2 Achiis maleekaan Yihowaa sun Seexanaan akkana jedhe: “Seexana nana,+ Yihowaan si haa ifatu, eeyyee, Yihowaan inni Yerusaalemiin filate+ si haa ifatu! Inni kun muka ibidda keessaa butamee baʼe mitii?”