2 Pheexiros 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 haa taʼu malee, maleekonni isaan caalaa jabinaa fi humna yoo qabaatan iyyuu, kabaja Yihowaadhaaf* qabaniin kan kaʼe, dubbii arrabsootiin isaan irratti himata hin dhiheessine.+
11 haa taʼu malee, maleekonni isaan caalaa jabinaa fi humna yoo qabaatan iyyuu, kabaja Yihowaadhaaf* qabaniin kan kaʼe, dubbii arrabsootiin isaan irratti himata hin dhiheessine.+