-
2 Pheexiros 2:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namoonni kun garuu akka bineensota yaaduu hin dandeenyee fi uumamaan waa godhaniitti, akkasumas qabamuu fi baduuf dhalataniitti waaʼee wantoota hin beeknee dubbii arrabsoo dubbatu.+ Isaan daandii isaanii isa hamaadhaan badiisa ofitti fidu;
-