Uumama 5:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Heenok waggaa 65 erga jiraatee booda Maatusaalaa+ ni dhalche. 22 Heenok Maatusaalaa erga dhalchee booda waggaa 300f Waaqa dhugaa* wajjin deemuu isaa itti fufe. Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni dhalche.
21 Heenok waggaa 65 erga jiraatee booda Maatusaalaa+ ni dhalche. 22 Heenok Maatusaalaa erga dhalchee booda waggaa 300f Waaqa dhugaa* wajjin deemuu isaa itti fufe. Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni dhalche.