Roomaa 8:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Haaluma wal fakkaatuun, hafuurichi dadhabbii keenya irratti nu gargaara;+ sababiin isaas, kadhachuu akka qabnu kan beeknu taʼus maal jennee akka kadhannu hin beeknu; taʼus, yommuu jechaan ibsuu dadhabnee aadnu hafuurichi iyyuu nuuf kadhata. Efesoon 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.
26 Haaluma wal fakkaatuun, hafuurichi dadhabbii keenya irratti nu gargaara;+ sababiin isaas, kadhachuu akka qabnu kan beeknu taʼus maal jennee akka kadhannu hin beeknu; taʼus, yommuu jechaan ibsuu dadhabnee aadnu hafuurichi iyyuu nuuf kadhata.
18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.