LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Tiitoo 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kana kan godhes, gaarummaa isaa isa guddaadhaan+ qajeelota erga jedhamnee booda, akka abdii jireenya bara baraa+ nuuf kenname sanaatti dhaaltota akka taanuufi.+

  • 1 Yohaannis 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 (eeyyee, jireenyi mulʼifameera, nutis argineerra, ragaas baʼaa jirra;+ jireenya bara baraa+ isa Abbaa bira turee fi nutti mulʼifame sana isinitti himaa jirra),

  • 1 Yohaannis 2:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kana malees, waadaan inni ofuma isaatii nuuf gale isa kana, innis jireenya bara baraa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi