2 Qorontos 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Abdiiwwan Waaqayyo kenne hammam iyyuu baayʼee yoo taʼan, karaa isaa “eeyyee” taʼaniiru.+ Kanaafuu, nuti karaa isaa Waaqayyoof “Ameen” jenna;+ akka kanaan ulfina isaaf kennina.
20 Abdiiwwan Waaqayyo kenne hammam iyyuu baayʼee yoo taʼan, karaa isaa “eeyyee” taʼaniiru.+ Kanaafuu, nuti karaa isaa Waaqayyoof “Ameen” jenna;+ akka kanaan ulfina isaaf kennina.