Mulʼata 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “‘Kanaafuu, eessa irraa akka kufte yaadadhu, yaada kee geddaradhu,+ hojiiwwan jalqaba hojjechaa turtes hojjedhu. Taʼuu baannaan garuu, ani sitti nan dhufa; yoo yaada geddarachuu baatte, baattuu ibsaa+ kee iddoo isaatii nan fuudha.+ Mulʼata 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+
5 “‘Kanaafuu, eessa irraa akka kufte yaadadhu, yaada kee geddaradhu,+ hojiiwwan jalqaba hojjechaa turtes hojjedhu. Taʼuu baannaan garuu, ani sitti nan dhufa; yoo yaada geddarachuu baatte, baattuu ibsaa+ kee iddoo isaatii nan fuudha.+
3 Kanaafuu, wanta fudhattee fi dhageesse yeroo hunda yaadadhu; akkasumas eeguu kee itti fufi, yaada kees geddaradhu.+ Yoo dammaquu baatte garuu, ani akka hattuutti sitti nan dhufa,+ saʼaatii akkamiitti akkan sitti dhufus matumaa hin beektu.+