Yohaannis 19:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+ Mulʼata 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 isaanis sagalee guddaadhaan, “Hoolichi inni qalame+ humna, badhaadhina, ogummaa, jabina, kabaja, ulfinaa fi eebba fudhachuun isaaf ni mala”+ jedhu turan.
30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+
12 isaanis sagalee guddaadhaan, “Hoolichi inni qalame+ humna, badhaadhina, ogummaa, jabina, kabaja, ulfinaa fi eebba fudhachuun isaaf ni mala”+ jedhu turan.