-
1 Pheexiros 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namni dubbatu yoo jiraate akka nama dubbii Waaqayyoo dubbatuutti haa dubbatu; namni tajaajilu yoo jiraate humna Waaqayyo kennutti amanamee haa tajaajilu;+ kunis Waaqayyo karaa Yesuus Kiristoos wanta hundumaan ulfina akka argatuufi.+ Ulfinnii fi jabinni baraa hamma bara baraatti kan isaa ti. Ameen.
-