Mulʼata 14:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis nan arge, kunoo, duumessi adiin tokko jira ture; duumessicha irras ilma namaa+ kan fakkaatu tokko taaʼeera; inni gonfoo warqii mataa isaa irra kaaʼatee, haamtuu qaramaas harka isaatti qabatee ture.
14 Achiis nan arge, kunoo, duumessi adiin tokko jira ture; duumessicha irras ilma namaa+ kan fakkaatu tokko taaʼeera; inni gonfoo warqii mataa isaa irra kaaʼatee, haamtuu qaramaas harka isaatti qabatee ture.