Maatewos 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa;+ akkasumas hanqinni nyaataa+ fi kirkirri lafaa bakka garaa garaatti ni taʼa.+ Luqaas 21:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Sabni saba irratti,+ mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa.+
7 “Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa;+ akkasumas hanqinni nyaataa+ fi kirkirri lafaa bakka garaa garaatti ni taʼa.+