Maatewos 24:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 sababiin isaas, yeroo sanatti rakkinni guddaan+ jalqaba addunyaatii kaasee hanga ammaatti taʼee hin beeknee fi lammatas hin taane ni dhufa.+ Maarqos 13:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 sababiin isaas guyyoonni sun, guyyoota rakkinaa+ jalqaba uumama Waaqayyo uumee kaasee hanga yeroo sanaatti taʼee hin beeknee fi lammatas hin taane ni taʼu.+
21 sababiin isaas, yeroo sanatti rakkinni guddaan+ jalqaba addunyaatii kaasee hanga ammaatti taʼee hin beeknee fi lammatas hin taane ni dhufa.+
19 sababiin isaas guyyoonni sun, guyyoota rakkinaa+ jalqaba uumama Waaqayyo uumee kaasee hanga yeroo sanaatti taʼee hin beeknee fi lammatas hin taane ni taʼu.+