Mulʼata 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Hoolichi+ chaappaawwan torban keessaa isa tokko yommuu banu nan arge;+ uumamawwan jiraatoo arfan+ keessaa inni tokko sagalee akka kakawweetiin, “Kottu!” yommuu jedhu nan dhagaʼe.
6 Hoolichi+ chaappaawwan torban keessaa isa tokko yommuu banu nan arge;+ uumamawwan jiraatoo arfan+ keessaa inni tokko sagalee akka kakawweetiin, “Kottu!” yommuu jedhu nan dhagaʼe.