Mulʼata 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maleekaan inni jaʼaffaan+ malakata isaa afuufe.+ Anis gaanfota iddoo aarsaa warqii+ irraa tolfamee fi Waaqayyo dura jiru sanaa keessaa sagalee tokko nan dhagaʼe;
13 Maleekaan inni jaʼaffaan+ malakata isaa afuufe.+ Anis gaanfota iddoo aarsaa warqii+ irraa tolfamee fi Waaqayyo dura jiru sanaa keessaa sagalee tokko nan dhagaʼe;