Mulʼata 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kana malees, eegee kan qaban yeroo taʼu, eegeen isaanii akkuma torbaanqabaa ilkee of irraa qaba; aangoon isaan namoota jiʼa shaniif ittiin miidhanis eegee isaanii irra jira ture.+
10 Kana malees, eegee kan qaban yeroo taʼu, eegeen isaanii akkuma torbaanqabaa ilkee of irraa qaba; aangoon isaan namoota jiʼa shaniif ittiin miidhanis eegee isaanii irra jira ture.+