-
Mulʼata 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 jaarsoliin 24n+ sun isa teessoo irra taaʼe sana duratti gombifamanii isa baraa hamma bara baraatti jiraatu sana waaqeffatan; gonfoo isaanii teessoo sana duratti gatanii akkana jedhan:
-