-
Isaayyaas 57:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Hamoonni garuu akkuma galaana gabii hin qabnee fi cal jechuu hin dandeenyee ti,
Bishaanonni isaas biqiltuu galaanaa fi dhoqqee ol ni baasu.
-
-
Isaayyaas 60:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kunoo, dukkanni lafa ni uwwisa,
Dukkanni cimaanis saboota ni haguuga;
Si irratti garuu Yihowaan ni ibsa,
Ulfinni isaas si irratti ni mulʼata.
-
-
Mulʼata 17:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Innis akkana naan jedhe: “Bishaanonni sagaagaltuun sun irra teessee fi ati argite, namoota, uummata hedduu, sabootaa fi qooqawwan argisiisu.+
-