14 Inni namoonni lafa irra jiraatan bineensicha isa goraadeedhaan madaaʼee turee fi deebiʼee fayye+ sanaaf bifa fakkeenyaa+ akka hojjetan ajajuudhaan, mallattoowwan bineensicha duratti akka raawwatu isaaf heyyamameen warra lafa irra jiraatan ni dogoggorsa.