Maatewos 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+ Ibroota 10:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Fedhii Waaqayyoo erga raawwattanii booda, waadaa inni gale sana argachuuf jabaattanii dhaabbachuun isin barbaachisa.+ Ibroota 12:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin akka hin dadhabnee fi akka abdii hin kutanneef,*+ Yesuus isa dubbii hamaa cubbamoonni faayidaa ofii isaanii mormuudhaan dubbatan+ dandaʼe sana akka gaariitti yaadaa.
36 Fedhii Waaqayyoo erga raawwattanii booda, waadaa inni gale sana argachuuf jabaattanii dhaabbachuun isin barbaachisa.+
3 Isin akka hin dadhabnee fi akka abdii hin kutanneef,*+ Yesuus isa dubbii hamaa cubbamoonni faayidaa ofii isaanii mormuudhaan dubbatan+ dandaʼe sana akka gaariitti yaadaa.