Mulʼata 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Jechoonni xuraaʼoon geggeessaa hafuuraatiin dubbataman* sadii, warri raacha fakkaatan, afaan jawwee+ sanaa, afaan bineensichaa fi afaan raajii sobduu sanaa keessaa yommuu baʼan nan arge. Mulʼata 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe.
13 Jechoonni xuraaʼoon geggeessaa hafuuraatiin dubbataman* sadii, warri raacha fakkaatan, afaan jawwee+ sanaa, afaan bineensichaa fi afaan raajii sobduu sanaa keessaa yommuu baʼan nan arge.
2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe.