Daaniʼel 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Nebukadnezaar Mootichi siidaa warqii ol dheerinni isaa dhundhuma 60,* dalgi isaa immoo dhundhuma 6* taʼe tokko tolche. Achiis koonyaa Baabilon keessatti dirree Duuraa irra isa dhaabe.
3 Nebukadnezaar Mootichi siidaa warqii ol dheerinni isaa dhundhuma 60,* dalgi isaa immoo dhundhuma 6* taʼe tokko tolche. Achiis koonyaa Baabilon keessatti dirree Duuraa irra isa dhaabe.