Mulʼata 8:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maleekaan inni lammaffaan malakata isaa afuufe. Wanti gaara guddaa ibiddaan gubachaa jiru fakkaatu tokkos galaana keessatti gad darbatame.+ Galaanichi harka sadii keessaa harki tokko dhiiga taʼe;+
8 Maleekaan inni lammaffaan malakata isaa afuufe. Wanti gaara guddaa ibiddaan gubachaa jiru fakkaatu tokkos galaana keessatti gad darbatame.+ Galaanichi harka sadii keessaa harki tokko dhiiga taʼe;+