-
Baʼuu 7:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Musee fi Aaronis yeruma sana akkuma Yihowaan isaan ajaje godhan. Innis Faraʼoonii fi tajaajiltoota isaa duratti ulicha ol fuudhee bishaan isa Laga Abbayyaa keessa jiru ni rukute; bishaan lagicha keessa jiru hundis gara dhiigaatti jijjiirame.+
-
-
Faarfannaa 78:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Lageen isaanii keessaa dhuguu akka isaan hin dandeenyeef,
Boʼoowwan Abbayyaa akkamitti gara dhiigaatti akka jijjiires+ hin yaadanne.
-