-
Baʼuu 10:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Biyya Gibxii irratti dukkanni, jechuunis dukkanni cimaan waanuma harkaan qaqqabamu fakkaatu akka taʼuuf harka kee gara samiitti diriirsi” jedhe.
-
-
Isaayyaas 8:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Achiis gara lafaa yommuu ilaalu, dhiphina, dukkana, abdii kutachuu, yeroo rakkisaa taʼee fi dimimmisa qofa malee ifa hin argu.
-