-
Mulʼata 1:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Anis isa anaa wajjin dubbachaa jiru sana ilaaluuf nan garagale; yommuun garagalus baattuuwwan ibsaa warqii irraa tolfaman torba nan arge;+ 13 baattuuwwan ibsaa sana gidduu, namni ilma namaa fakkaatu+ tokko uffata hamma miila isaatti dheeratu uffatee, akkasumas sabbata warqii qoma isaatti hidhatee jira ture.
-