Iyyoob 38:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Gara mana kuusaa cabbiitti seentee beektaa?+ Yookiin mana kuusaa cabbii guguddaa argitee beektaa?+ 23 Ani yeroo dhiphinaatiif,Guyyaa lolaa fi waraanaatiif isa kaaʼadheera.+
22 Gara mana kuusaa cabbiitti seentee beektaa?+ Yookiin mana kuusaa cabbii guguddaa argitee beektaa?+ 23 Ani yeroo dhiphinaatiif,Guyyaa lolaa fi waraanaatiif isa kaaʼadheera.+