Mulʼata 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yommuu inni chaappaa isa shanaffaa banu, lubbuu*+ namoota sababii dubbii Waaqayyoo fi sababii dhugaa baʼuu isaaniitiif gorraʼamanii+ iddoo aarsaa jalatti+ nan arge. Mulʼata 18:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Eeyyee, dhiigni raajotaa fi qulqullootaa,+ akkasumas dhiigni warra lafa irratti gorraʼaman hundumaa ishii keessatti argameera.”+ Mulʼata 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 sababiin isaas, murtiiwwan isaa dhugaa fi qajeeloo dha.+ Inni sagaagaltuu guddittii ishii halalummaa* ishiitiin lafa mancaaste sanatti murteesseera; dhiiga garboota isaa isa harka ishii irra jiruufis haaloo baʼeera.”+
9 Yommuu inni chaappaa isa shanaffaa banu, lubbuu*+ namoota sababii dubbii Waaqayyoo fi sababii dhugaa baʼuu isaaniitiif gorraʼamanii+ iddoo aarsaa jalatti+ nan arge.
24 Eeyyee, dhiigni raajotaa fi qulqullootaa,+ akkasumas dhiigni warra lafa irratti gorraʼaman hundumaa ishii keessatti argameera.”+
2 sababiin isaas, murtiiwwan isaa dhugaa fi qajeeloo dha.+ Inni sagaagaltuu guddittii ishii halalummaa* ishiitiin lafa mancaaste sanatti murteesseera; dhiiga garboota isaa isa harka ishii irra jiruufis haaloo baʼeera.”+