-
Mulʼata 17:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Bineensi ati argite sun jira ture, amma hin jiru, booda garuu qilee+ keessaa ni baʼa, gara badiisaattis ni deema. Namoonni lafa irra jiraatanii fi erga addunyaan hundeeffamee jalqabee maqaan isaanii maraa kitaaba jireenyaa keessatti hin barreeffamne,+ bineensicha isa duraan ture, amma hin jirree fi booda garuu dhufuuf jiru sana yommuu argan ni ajaaʼibsiifatu.
-