Ermiyaas 51:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Nuti Baabiloniin fayyisuuf yaallee turre, ishiin garuu fayyuu hin dandeenye. Ishii dhiisaa, tokkoon tokkoon keenya gara biyya keenyaa haa deemnu.+ Sababiin isaas, murtiin ishii samii bira gaʼeera;Hamma duumessa bira gaʼuttis ol kaʼeera.+
9 “Nuti Baabiloniin fayyisuuf yaallee turre, ishiin garuu fayyuu hin dandeenye. Ishii dhiisaa, tokkoon tokkoon keenya gara biyya keenyaa haa deemnu.+ Sababiin isaas, murtiin ishii samii bira gaʼeera;Hamma duumessa bira gaʼuttis ol kaʼeera.+