Mulʼata 17:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dubartittiin uffata bifa dhiilgee+ fi diimaa uffattee, warqii, dhagaa gatii guddaa qabuu fi calleedhaan*+ miidhagfamtee, akkasumas xoofoo warqii wantoota balfamoo fi wantoota xuraaʼoo halalummaa* ishiitiin guutame harkatti qabattee turte.
4 Dubartittiin uffata bifa dhiilgee+ fi diimaa uffattee, warqii, dhagaa gatii guddaa qabuu fi calleedhaan*+ miidhagfamtee, akkasumas xoofoo warqii wantoota balfamoo fi wantoota xuraaʼoo halalummaa* ishiitiin guutame harkatti qabattee turte.