Isaayyaas 47:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Haa taʼu malee, badiisni sitti dhufa,Falfala kee keessaa tokko illee kana dhaabsisuu hin dandaʼu.* Rakkinni sitti dhufa; atis hambisuu hin dandeessu. Karaa ati kanaan dura hin beekneen badiisni tasaa sitti dhufa.+
11 Haa taʼu malee, badiisni sitti dhufa,Falfala kee keessaa tokko illee kana dhaabsisuu hin dandaʼu.* Rakkinni sitti dhufa; atis hambisuu hin dandeessu. Karaa ati kanaan dura hin beekneen badiisni tasaa sitti dhufa.+