Mulʼata 14:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Qulqulloonni+ warri ajajawwan Waaqayyoo eeganii fi amantii+ Yesuus jabeessanii qabatan, jabaatanii dhaabbachuun kan isaan barbaachisu kana irratti dha.”
12 Qulqulloonni+ warri ajajawwan Waaqayyoo eeganii fi amantii+ Yesuus jabeessanii qabatan, jabaatanii dhaabbachuun kan isaan barbaachisu kana irratti dha.”