-
1 Qorontos 11:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Isin keessaa warri fudhatama qaban adda baafamanii akka beekamaniif, gareewwan amantii isin gidduudhaa akka kaʼan beekamaa dha.+
-
-
Mulʼata 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Haaluma wal fakkaatuun, namoota barumsa garee amantii Niqolaawotaa+ jabeessanii hordofan of biraa qabda.
-