-
Hisqiʼel 39:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Yaa ilma namaa, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Allaattiiwwan akaakuu hundumaa fi bineensota bosonaa hundumaatiin akkana jedhi: “Walitti qabamaatii kottaa. Naannoo aarsaa kootti, aarsaa guddaa gaarota Israaʼel irratti ani isiniif qopheessaa jirutti walitti qabamaa.+ Isin foon ni nyaattu, dhiigas ni dhugdu.+
-