Mulʼata 16:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu. Mulʼata 16:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isaanis gara bakka Afaan Ibrootaatiin Armaagedoon*+ jedhamutti walitti isaan qaban.
14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.