Mulʼata 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Gurra kan qabu wanta hafuurri gumiiwwanitti dubbatu haa dhagaʼu:+ Isa injifatu+ irra matumaa duuti lammaffaan+ hin gaʼu.’ Mulʼata 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa.
11 Gurra kan qabu wanta hafuurri gumiiwwanitti dubbatu haa dhagaʼu:+ Isa injifatu+ irra matumaa duuti lammaffaan+ hin gaʼu.’
14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa.