Hojii Ergamootaa 10:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+
42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+