-
1 Yohaannis 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namni Ilma Waaqayyootti amanu, wanta ragaa isaaf baʼame garaa isaa keessaa qaba. Namni Waaqayyotti hin amanne, wanta Waaqayyo Ilma isaa ilaalchisee ragaa baʼetti waan hin amanneef, sobduu isa godheera.+
-