-
Mulʼata 3:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kunoo, ani warri mana sagadaa Seexanaa keessa jiranii fi Yihudoota utuu hin taʼin sobaan Yihudoota ofiin jedhan+ gara kee dhufanii miila kee jalatti akka sagadanii fi si jaallachuu koo akka beekan nan godha.
-