Mulʼata 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani mallattoo kan biraa guddaa fi dinqisiisaa taʼe samii keessatti nan arge, maleekonni torba+ dhaʼichawwan torba qabatanii turan. Dheekkamsi Waaqayyoo isaaniin waan xumuramuuf, dhaʼichawwan kun warra dhumaa ti.+
15 Ani mallattoo kan biraa guddaa fi dinqisiisaa taʼe samii keessatti nan arge, maleekonni torba+ dhaʼichawwan torba qabatanii turan. Dheekkamsi Waaqayyoo isaaniin waan xumuramuuf, dhaʼichawwan kun warra dhumaa ti.+