Mulʼata 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.
5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.