Mulʼata 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+
21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+